LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 8:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, inni namoota Suukootiin, “Waan dadhabaniif maaloo, namoota na duukaa buʼaa jiraniif daabboo kennaafii; ani Zeebaa fi Zaalmunaa warra mootota Miidiyaan taʼan ariʼaan jira” jedhe. 6 Bulchitoonni Suukoot garuu, “Nuti raayyaa waraanaa keetiif daabboo akka kenninuuf ati Zeebaa fi Zaalmunaa harka kee keessa galfatteettaa ree?” isaan jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi