-
Abbootii Murtii 8:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Achiis bakka sanaa gara Phenuʼelitti ol baʼee gaaffii wal fakkaatu isaan gaafate; garuu namoonni Phenuʼelis deebii namoonni Suukoot kennanii wajjin wal fakkaatu isaaf kennan. 9 Kanaafuu, inni namoota Phenuʼeliinis, “Yommuun nagaadhaan deebiʼu, masaraa kana nan diiga”+ jedhe.
-