Abbootii Murtii 6:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Haa taʼu malee, Israaʼelonni ammas wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwatan;+ kanaafuu, Yihowaan waggaa torbaaf harka Miidiyaanitti dabarsee isaan kenne.+
6 Haa taʼu malee, Israaʼelonni ammas wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwatan;+ kanaafuu, Yihowaan waggaa torbaaf harka Miidiyaanitti dabarsee isaan kenne.+