5 Sana booda gara mana abbaa isaa isa Ofraatti+ argamuu dhaqee ilmaan Yerubaʼaal 70n warra obboloota isaa taʼan dhagaa tokko irratti ni ajjeese.+ Yootaam ilmi Yerubaʼaal inni quxisuu hundumaa taʼe dhokatee waan tureef, lubbuudhaan kan oole isa qofa dha.