-
Abbootii Murtii 9:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Achiis geggeessitoonni Sheekem hundii fi namoonni Beet Miiloo hundi walitti qabamanii, siidaa Sheekem keessatti argamuu fi muka guddaa sana bira jiru biratti Abimelekiin mootii godhan.+
-
-
Abbootii Murtii 9:49Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
49 Kanaafuu, namoonni sun hundis dameewwan mukaa muranii Abimelek duukaa buʼan. Achiis dameewwan sana iddoo dhokannaa sana irra tuulanii iddoo dhokannaa sanatti ibidda qabsiisan. Kanaan kan kaʼes, namoonni masaraa Sheekem hundi, dhiironnii fi dubartoonni gara 1,000 taʼan ni duʼan.
-