-
Abbootii Murtii 9:28, 29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Achiis Gaʼaal ilmi Ebeed akkana jedhe: “Akka isaan tajaajilluuf, Abimelek eenyu? Sheekem hoo eenyu? Inni ilma Yerubaʼaal+ mitii? Zeebul hoo bakka buʼaa isaa mitii? Namoota Hamoor isa abbaa Sheekem taʼe sanaa tajaajilaa! Garuu Abimelekiin kan tajaajillu maaliifi? 29 Saba kana kan ajaju utuu ana taʼee, silaa Abimelekiin aangoo irraa nan buusan ture.” Achiis Abimelekiin, “Raayyaa waraanaa kee baayʼifadhuu as baʼi” jedhe.
-