LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 16:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Boodas gooftoliin Filisxeem, “Waaqni keenya diina keenya Saamsoniin harka keenyatti dabarsee kenneera!” jechuudhaan, waaqa isaanii Daagoniif+ aarsaa guddaa tokko dhiheessuu fi gammaduuf walitti qabaman.

  • 1 Saamuʼel 5:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Guyyaa itti aanuttis ganama barii yommuu kaʼan, siidaan Daagon Taabota Yihowaa duratti fuula isaatiin lafatti gombifamee ture. Daagon mataan isaa fi harki isaa lamaan irraa citee gubanii balbalaa irratti kufee ture. Achitti kan hafe kutaa isa qurxummii fakkaatu* qofa ture.

  • 2 Mootota 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Gaaf tokko Akaaziyaan kutaa isaa isa baaxii irraa isa Samaariyaa keessatti argamu irraa karaa ittisa foddaa kufee miidhame. Kanaafuu inni, “Dhaqaatii, miidhama kana irraa akkan fayyuu fi akkan hin fayyine Baʼaal Zebuub waaqa Eqrooniin+ naa gaafadhaa” jedhee ergamtoota isaa erge.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi