-
2 Seenaa Baraa 15:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Kanaafuu, inni Aasaa argachuuf gad baʼee akkana isaan jedhe: “Ati yaa Aasaa, isin namoonni Yihudaa fi Biiniyaam hundumti keessan na dhagaʼaa! Isin isaa wajjin yoo taatan, Yihowaan isinii wajjin ni taʼa;+ isin yoo isa barbaaddattan inni isiniif ni argama;+ yoo isa dhiistan garuu, innis isin ni dhiisa.+
-
-
Miikiyaas 3:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yeroo sanatti isaan gargaarsaaf Yihowaa ni waammatu,
Inni garuu deebii isaaniif hin kennu.
-