Ermiyaas 2:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Waaqoliin kee warri ofiif tolfatte eessa jiru?+ Yaa Yihudaa, waaqoliin kee akkuma magaalota keetti hedduu waan taʼaniif,Mee yoo dandaʼan kaʼanii yeroo rakkina keetti si haa oolchan.+
28 Waaqoliin kee warri ofiif tolfatte eessa jiru?+ Yaa Yihudaa, waaqoliin kee akkuma magaalota keetti hedduu waan taʼaniif,Mee yoo dandaʼan kaʼanii yeroo rakkina keetti si haa oolchan.+