LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 17:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Naannoowwan Yisaakorii fi Asheer keessatti, Beet Shiʼaanii fi magaalonni ishii jalatti* argaman, Yibleʼaamii+ fi magaalonni ishii jalatti argaman, jiraattonni Doorii+ fi magaalonni ishii jalatti argaman, jiraattonni Een Doorii+ fi magaalonni ishii jalatti argaman, jiraattonni Taʼaanaakii+ fi magaalonni ishii jalatti argaman, akkasumas jiraattonni Megidoo fi magaalonni ishii jalatti argaman, warri ol kaʼoon sadan Minaaseedhaaf ni kennaman.

      12 Haa taʼu malee, sanyiiwwan Minaasee magaalota kana dhaalaan fudhachuu hin dandeenye; Kanaʼaanonni biyyattii gadhiisanii deemuu didanii turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi