-
Iyyaasuu 15:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Gosti Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti dhaalli isaanii kana ture.
-
-
Iyyaasuu 19:41Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
41 Daangaan dhaala isaanii Zoraa,+ Eeshtaaʼol, Iir Shemeesh,
-
-
Iyyaasuu 19:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 Dhaalli gosti Daan akka maatii maatii isaaniitti argatan kana ture. Magaalonnii fi gandeen isaaniis kanneen kana turan.
-