Iyyaasuu 19:15, 16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 akkasumas Qaataat, Nahaalaal, Shimroon,+ Yidaalaa fi Beetaliheem;+ magaalota 12 fi gandeen isaanii. 16 Dhaalli sanyiin Zaabiloon akka maatii maatii isaaniitti+ argatan kana ture. Magaalonnii fi gandeen isaaniis kanneen kana turan.
15 akkasumas Qaataat, Nahaalaal, Shimroon,+ Yidaalaa fi Beetaliheem;+ magaalota 12 fi gandeen isaanii. 16 Dhaalli sanyiin Zaabiloon akka maatii maatii isaaniitti+ argatan kana ture. Magaalonnii fi gandeen isaaniis kanneen kana turan.