LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 16:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Guyyaa guyyaadhaan isa rakkisuu ishii waan itti fuftee fi dhiibbaa cimaa waan irratti gooteef, hamma duʼa isaa hawwutti* ni nuffe.+

  • Abbootii Murtii 16:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Deliilaan wanta garaa isaa keessa jiru hundumaa akka ishiitti hime yommuu beektetti yeruma sana, “Wanta garaa isaa keessa jiru hundumaa waan natti himeef, amma kottaa” jettee gooftolii Filisxeem+ waamte. Kanaafuu, gooftoliin Filisxeem maallaqicha qabatanii gara ishii dhufan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi