-
Abbootii Murtii 14:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Kanaafuu, akkana isaaniin jedhe:
“Isa nyaatu keessaa wanti nyaatamu ni baʼe,
Isa jabaa keessaas wanti miʼaawu ni baʼe.”+
Isaan guyyaa sadiif hibboo sana hiikuu hin dandeenye.
-