-
Abbootii Murtii 14:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Guyyaa arfaffaattis haadha manaa Saamsoniin, “Akka inni deebii hibboo sanaa nutti himuuf abbaa manaa kee gowwoomsi.+ Taʼuu baannaan, sis taʼe mana abbaa keetii ibiddaan gubna. Asitti kan nu affeertan qabeenya keenya saamuufii?” jedhan.
-