-
Abbootii Murtii 16:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Saamsonis, “Filisxeemotaa wajjinan duʼa!” jedhee iyye. Achiis hamma humni isaa isaaf heyyame utubaawwan sana ni dhiibe; manichis gooftolii sana irrattii fi namoota manicha keessa jiran hundumaa irratti jige.+ Akka kanaan, inni warra yeroo lubbuudhaan turetti ajjeese caalaa yeroo duʼetti namoota hedduu ni ajjeese.+
-