-
Abbootii Murtii 16:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Kanaafuu, Filisxeemonni isa qabanii ija isaa keessaa baasan. Achiis gara Gaazaatti gad isa buusanii hidhaa sibiila diimaa lamaan isa hidhan; mana hidhaa keessattis midhaan daakuu jalqabe.
-