Abbootii Murtii 17:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yeroo kanatti dargaggeessi Beetaliheem+ ishii Yihudaatti argamtu keessa jiraatuu fi maatii Yihudaa keessaa taʼe tokko jira ture. Inni sanyii Leewwii+ yeroo taʼu, yeroo muraasaaf achi jiraachaa ture. Abbootii Murtii 17:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kana malees Miikiyaas, luba taʼee akka isaaf tajaajiluuf Leewwicha ni muude;*+ innis mana Miikiyaas keessa ni jiraate. Abbootii Murtii 18:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Sana booda Daanonni fakkii bocamaa+ sana ofii isaaniitiif ni dhaaban; hamma guyyaa jiraattonni biyyattii boojuudhaan itti fudhatamanittis Yonaataan+ ilmi Geershom,+ ilmi Musee fi ilmaan isaa gosa Daanotaatiif luboota taʼan.
7 Yeroo kanatti dargaggeessi Beetaliheem+ ishii Yihudaatti argamtu keessa jiraatuu fi maatii Yihudaa keessaa taʼe tokko jira ture. Inni sanyii Leewwii+ yeroo taʼu, yeroo muraasaaf achi jiraachaa ture.
12 Kana malees Miikiyaas, luba taʼee akka isaaf tajaajiluuf Leewwicha ni muude;*+ innis mana Miikiyaas keessa ni jiraate.
30 Sana booda Daanonni fakkii bocamaa+ sana ofii isaaniitiif ni dhaaban; hamma guyyaa jiraattonni biyyattii boojuudhaan itti fudhatamanittis Yonaataan+ ilmi Geershom,+ ilmi Musee fi ilmaan isaa gosa Daanotaatiif luboota taʼan.