Uumama 31:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yeroo kanatti Laabaan hoolota isaa irraa rifeensa muruuf deemee ture; Raahelis siidaawwan taraafiim*+ warra kan abbaa ishii+ taʼan ni hatte.
19 Yeroo kanatti Laabaan hoolota isaa irraa rifeensa muruuf deemee ture; Raahelis siidaawwan taraafiim*+ warra kan abbaa ishii+ taʼan ni hatte.