LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 18:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, namoonni shanan sun deemsa isaanii itti fufanii gara Laaʼish+ dhufan. Isaanis namoonni achi keessa jiraatan akkuma Siidoonotaa of dandaʼanii jiraachaa akka jiran argan. Isaan tasgabbiidhaan, akkasumas utuu homaa hin shakkin+ kan jiraatan yeroo taʼu, bulchaan biyyattii weeraree isaan cunqursus hin jiru ture. Isaan Siidoonota irraa fagaatanii jiraatu turan; eenyuu wajjin iyyuu walitti dhufeenya hin qaban turan.

  • Abbootii Murtii 18:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yommuu achi geessan namoota utuu homaa hin shakkin jiraatan argattu;+ biyyattiinis balʼoo dha. Waaqayyo iddoo wanta lafa irra jiru keessaa homtuu itti hin hirʼanne harka keessanitti dabarsee kenneera.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi