Uumama 30:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Achiis Raahel, “Waaqayyo abbaa murtii naaf taʼe; sagalee koos dhagaʼee ilma naaf kenne” jette. Maqaa isaas Daan*+ jettee kan moggaaste kanaafi. Uumama 32:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Achiis inni, “Ati Waaqayyoo fi namootaa wajjin waldhaansoo qabdee+ dhuma irratti waan mooteef, kana booda maqaan kee Israaʼel* jedhama malee Yaaqoob hin jedhamu”+ isaan jedhe.
6 Achiis Raahel, “Waaqayyo abbaa murtii naaf taʼe; sagalee koos dhagaʼee ilma naaf kenne” jette. Maqaa isaas Daan*+ jettee kan moggaaste kanaafi.
28 Achiis inni, “Ati Waaqayyoo fi namootaa wajjin waldhaansoo qabdee+ dhuma irratti waan mooteef, kana booda maqaan kee Israaʼel* jedhama malee Yaaqoob hin jedhamu”+ isaan jedhe.