Abbootii Murtii 19:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Bara sanatti, yeroo Israaʼel keessa mootiin hin jirretti,+ namichi Leewwii yeroo sanatti bakka fagoo naannoo gaarotaa Efreem+ keessatti argamu keessa jiraachaa ture tokko Beetaliheem+ ishii Yihudaa keessaa saajjatoo takka fuudhee ture.
19 Bara sanatti, yeroo Israaʼel keessa mootiin hin jirretti,+ namichi Leewwii yeroo sanatti bakka fagoo naannoo gaarotaa Efreem+ keessatti argamu keessa jiraachaa ture tokko Beetaliheem+ ishii Yihudaa keessaa saajjatoo takka fuudhee ture.