-
Uumama 18:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Isin as gara ana tajaajilaa keessanii dhuftaniittu; humna keessan akka haareffattaniif* daabboo xinnoon isiniif fida. Achiis karaa keessan itti fufuu dandeessu.” Isaanis, “Tole, akkuma jette godhi” isaan jedhan.
-
-
Uumama 19:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Inni garuu cimsee waan isaan kadhateef, isaa wajjin gara mana isaa dhaqan. Achiis affeerraa isaaniif qopheesse; maxinoo isaaniif ni tolche; isaanis ni nyaatan.
-