LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 19:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Bara sanatti, yeroo Israaʼel keessa mootiin hin jirretti,+ namichi Leewwii yeroo sanatti bakka fagoo naannoo gaarotaa Efreem+ keessatti argamu keessa jiraachaa ture tokko Beetaliheem+ ishii Yihudaa keessaa saajjatoo takka fuudhee ture. 2 Saajjatoon isaa garuu isaaf amanamtuu hin turre; ishiin isa dhiistee gara mana abbaa ishii isa Beetaliheem ishii Yihudaatti argamtu keessa jiruu ni dhaqxe. Jiʼa afuriifis achuma teesse.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi