-
Abbootii Murtii 19:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Gooftaan isaa garuu, “Magaalaa namoota biyya ormaa warra Israaʼelota hin taaneetti hin gorru. Hamma Gibeʼaa+ geenyutti haa deemnu” isaan jedhe.
-
-
Abbootii Murtii 19:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Kanaafuu isaan karaa isaanii itti fufan; yommuu Gibeʼaa ishii kan Biiniyaam taate bira gaʼanis aduun lixuu jalqabdee turte.
-