LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 19:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Namoonni sun garuu isa dhagaʼuu didan; kanaafuu, namichi Leewwii sun saajjatoo+ isaa qabee gara alaatti isaaniif baase. Isaanis halkan guutuu hamma bariʼutti dirqisiisanii ishii gudeedaa fi ishiitti taphachaa bulan. Achiis yommuu bariʼuu jala gaʼu ishii gadhiisan. 26 Ganama bariis dubartittiin dhuftee balbala mana namichaa isa gooftaan ishii keessa ture sanaa irratti kufte; hamma lafti ifuttis achuma ciiste.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi