-
Abbootii Murtii 19:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Utuma isaan garaa isaanii gammachiisaa jiraniis, namoonni magaalattii gatii hin qabne muraasni dhufanii manichatti marsanii akka malee balbala rurrukutuu jalqaban; irra deddeebiʼaniis jaarsa isa abbaa manichaa taʼe sanaan, “Akka nuti isaa wajjin ciisnuuf namicha mana kee dhufe sana gad nuuf baasi”+ jedhan.
-
-
Abbootii Murtii 19:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Namoonni sun garuu isa dhagaʼuu didan; kanaafuu, namichi Leewwii sun saajjatoo+ isaa qabee gara alaatti isaaniif baase. Isaanis halkan guutuu hamma bariʼutti dirqisiisanii ishii gudeedaa fi ishiitti taphachaa bulan. Achiis yommuu bariʼuu jala gaʼu ishii gadhiisan.
-