-
Abbootii Murtii 20:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Achiis Israaʼelonni ol baʼanii hamma galgalaatti Yihowaa duratti booʼan; akkasumas, “Namoota Biiniyaam warra obboloota keenya taʼan waraanuuf ammas dhaqnuu?”+ jedhanii Yihowaa gaafatan. Yihowaanis deebisee, “Dhaqaa isaan waraanaa” jedhe.
-