Abbootii Murtii 20:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Haa taʼu malee, Biiniyaamonni namoonni Israaʼel yommuu isaan jalaa baqatan akka isaan moʼaman yaadanii turan;+ isaan kan baqatan garuu namoota naannoo Gibeʼaatti riphanii eeggachaa turanitti waan amanamaniif ture.+
36 Haa taʼu malee, Biiniyaamonni namoonni Israaʼel yommuu isaan jalaa baqatan akka isaan moʼaman yaadanii turan;+ isaan kan baqatan garuu namoota naannoo Gibeʼaatti riphanii eeggachaa turanitti waan amanamaniif ture.+