-
Abbootii Murtii 20:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Kanaafuu, Biiniyaamonni Gibeʼaa keessaa baʼanii guyyaa sanatti Israaʼelota keessaa namoota 22,000 ni ajjeesan.
-
-
Abbootii Murtii 20:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Biiniyaamonis guyyaa lammaffaatti isaan waraanuuf Gibeʼaa keessaa baʼanii dabalataan Israaʼelota 18,000 ni ajjeesan;+ hundi isaanii iyyuu goraadee kan hidhatan turan.
-