-
Abbootii Murtii 21:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Achiis guutummaan yaaʼichaa gara Biiniyaamota kattaa Rimoon+ irra jiraniitti ergamtoota erganii waamicha nagaa isaaniif dhiheessan.
-