LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 21:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Isaan, “Gosoota Israaʼel keessaa Misphaatti gara Yihowaatti kan hin baane eenyu?”+ jedhanii gaafatan. Achiis Yaabeesh Giiliyaad irraa namni gara buufata gumichaa dhufe tokko illee akka hin turre hubatan.

  • Abbootii Murtii 21:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Jiraattota Yaabeesh Giiliyaad gidduudhaa durboota matumaa dhiiraa wajjin saalqunnamtii raawwatanii hin beekne 400 argatan. Isaanis biyya Kanaʼaan keessatti gara buufata Shiilootti+ argamu tokkotti isaan ni fidan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi