-
Ruut 1:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Yeroo muraasa booda abbaan manaa Naaʼomii Eliimeleek ni duʼe; ishiinis ilmaan ishii lamaanii wajjin hafte.
-
-
Ruut 1:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Sana booda ilmaan ishii lamaan Maahiloonii fi Kiiliyoonis ni duʼan; dubartittiinis ijoollee ishii lamaanii fi abbaa manaa ishii dhabdee kophaatti hafte.
-