2 Maqaan namichaa Eliimeleek, maqaan haadha manaa isaa Naaʼomii, maqaan ilmaan isaa lamaanii immoo Maahiloonii fi Kiiliyoon jedhama ture. Isaan namoota Efraataa warra Beetaliheem ishii Yihudaatti argamtu keessa jiraatan turan. Gara biyya Moʼaab dhufaniis achi jiraachuu jalqaban.