3 Yeroo muraasa booda abbaan manaa Naaʼomii Eliimeleek ni duʼe; ishiinis ilmaan ishii lamaanii wajjin hafte. 4 Boodas ilmaan ishii kun dubartoota Moʼaab ni fuudhan; maqaan ishii takkaa Oorfaa, maqaan ishii kan biraa immoo Ruut+ jedhama ture. Isaan gara waggaa kudhaniitiif achi jiraatan.