Baʼuu 23:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Nama biyya ormaa hin cunqursin. Isinis biyya Gibxii keessatti nama biyya ormaa waan turtaniif, nama biyya ormaa taʼuun miira akkamii akka namatti uumu* beektu.+ Leewwota 19:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Namni biyya ormaa isinii wajjin jiraatu akkuma lammii biyyattii isiniif haa taʼu;+ isin akka ofii keessaniitti isa jaalladhaa; sababiin isaas, isin biyya Gibxii keessatti namoota biyya ormaa turtan.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.
9 “Nama biyya ormaa hin cunqursin. Isinis biyya Gibxii keessatti nama biyya ormaa waan turtaniif, nama biyya ormaa taʼuun miira akkamii akka namatti uumu* beektu.+
34 Namni biyya ormaa isinii wajjin jiraatu akkuma lammii biyyattii isiniif haa taʼu;+ isin akka ofii keessaniitti isa jaalladhaa; sababiin isaas, isin biyya Gibxii keessatti namoota biyya ormaa turtan.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.