-
Ruut 4:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yeroo kanatti namoonni karra magaalattii keessa jiran hundii fi jaarsoliin sun akkana jedhan: “Nuti ragoota dha! Yihowaan haadha manaa ishii gara mana keetti seentu tana akka Raahelii fi akka Liyaa warra manni Israaʼel irraa argame sanaa haa godhu. Atis Efraataa keessatti sooressa taʼi; Beetaliheem keessattis maqaa gaarii qabaadhu.
-
-
Ruut 4:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Dubartoonni ollaa ishiis maqaa isaaf ni baasan. “Ilmi Naaʼomiidhaaf dhalateera” jechuudhaan maqaa isaa Yoobeed jedhanii moggaasan. Inni abbaa Issey isa abbaa Daawit taʼee ti.
-