Leewwota 19:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “‘Midhaan maasii keessanii yommuu haammattan qarqara maasii keessanii guutummaatti hin haaminaa; qaarmii* maasii keessanii hin funaannatinaa.+ Ruut 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ruut ishiin nama biyya Moʼaab taate Naaʼomiidhaan, “Mee maaloo gara maasii* dhaqeen, nama faara naa tolu biraa qaarmii funaannadha”+ jette. Naaʼomiinis, “Dhaqi, yaa intala too” ishiidhaan jette.
9 “‘Midhaan maasii keessanii yommuu haammattan qarqara maasii keessanii guutummaatti hin haaminaa; qaarmii* maasii keessanii hin funaannatinaa.+
2 Ruut ishiin nama biyya Moʼaab taate Naaʼomiidhaan, “Mee maaloo gara maasii* dhaqeen, nama faara naa tolu biraa qaarmii funaannadha”+ jette. Naaʼomiinis, “Dhaqi, yaa intala too” ishiidhaan jette.