-
Ruut 2:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yeroo nyaanni dhihaatetti Boʼaaz, “As kottuutii daabboo xinnoo nyaadhu, cuunfaa wayinii isa dhangaggaaʼaattis cuuphadhu” ishiidhaan jedhe. Kanaafuu, ishiin warra midhaan haaman bira teesse. Innis akaayii ishiidhaaf kenne; ishiinis erga nyaattee quuftee booda hammi taʼe ishii irraa ni hafe.
-