Ruut 2:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Achiis Boʼaaz Ruutiin akkana jedhe: “Dhagaʼi, yaa intala too. Qaarmii funaannachuuf gara maasii kan biraa hin dhaqin; bakka kan biraa eessa iyyuu hin dhaqin; hojjettoota koo warra durbaa irraa hin fagaatin.+
8 Achiis Boʼaaz Ruutiin akkana jedhe: “Dhagaʼi, yaa intala too. Qaarmii funaannachuuf gara maasii kan biraa hin dhaqin; bakka kan biraa eessa iyyuu hin dhaqin; hojjettoota koo warra durbaa irraa hin fagaatin.+