Ruut 1:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yihowaan tokkoon tokkoon keessaniif mana abbootii manaa keessaniitti tasgabbii* isiniif haa kennu.”+ Achiis isaan dhudhungatte; sagalee isaanii ol kaasaniis ni booʼan.
9 Yihowaan tokkoon tokkoon keessaniif mana abbootii manaa keessaniitti tasgabbii* isiniif haa kennu.”+ Achiis isaan dhudhungatte; sagalee isaanii ol kaasaniis ni booʼan.