-
Uumama 23:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 bakka ilmaan Heet argamanitti, akkasumas warra karra magaalaa isaatti seenan hundumaa duratti qabeenya Abrahaam bite taʼuun isaa ni mirkanaaʼe.
-
-
Ermiyaas 32:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Kanaafuu, Hanaamiʼel ilma wasiila kootii irraa maasii Anaatot keessatti argamu sana nan bitadhe. Maallaqicha, jechuunis sheeqilii* torbaa fi meetii sheeqilii kudhan isaaf nan madaale.+ 10 Achiis walii galtee sana nan barreesse,+ chaappaa irratti godhee nan saamse, ragoota nan waame,+ maallaqichas madaalliidhaan nan madaale.
-