Ruut 3:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Harʼa asuma buli, inni boru ganama yoo isin fure gaarii dha! Isin haa furu.+ Isin furuu hin barbaadu yoo taʼe garuu, Yihowaa isa jiraataa taʼeen nan kakadha, ani ofii kootii isin nan fura. Hanga bariʼutti asuma ciisi.”
13 Harʼa asuma buli, inni boru ganama yoo isin fure gaarii dha! Isin haa furu.+ Isin furuu hin barbaadu yoo taʼe garuu, Yihowaa isa jiraataa taʼeen nan kakadha, ani ofii kootii isin nan fura. Hanga bariʼutti asuma ciisi.”