Ruut 1:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Ishiin immoo dubartoota sanaan akkana jette: “Naaʼomii* jettanii na hin waaminaa. Inni Hundumaa Dandaʼu jireenya koo baayʼee waan natti hadheesseef, Maaraa* jedhaa na waamaa.+
20 Ishiin immoo dubartoota sanaan akkana jette: “Naaʼomii* jettanii na hin waaminaa. Inni Hundumaa Dandaʼu jireenya koo baayʼee waan natti hadheesseef, Maaraa* jedhaa na waamaa.+