Uumama 30:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Dhuma irratti Waaqayyo Raaheliin ni yaadate; kadhannaa ishii dhagaʼee akka ulfooftu gochuudhaanis deebii ishiidhaaf ni kenne.*+
22 Dhuma irratti Waaqayyo Raaheliin ni yaadate; kadhannaa ishii dhagaʼee akka ulfooftu gochuudhaanis deebii ishiidhaaf ni kenne.*+