LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 16:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Boodas gooftoliin Filisxeem, “Waaqni keenya diina keenya Saamsoniin harka keenyatti dabarsee kenneera!” jechuudhaan, waaqa isaanii Daagoniif+ aarsaa guddaa tokko dhiheessuu fi gammaduuf walitti qabaman.

  • 1 Seenaa Baraa 10:8-10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Borumtaa isaa Filisxeemonni miʼa warra duʼan sanaa saamuuf yommuu dhufan, Saaʼolii fi ilmaan isaa Gaara Gilboʼaa irratti kukkufanii argan.+ 9 Kanaafuu, Saaʼoliin ni saaman; mataa isaa ni muran; meeshaa waraanaa isaas irraa ni fudhatan; oduun isaas manneen waaqolii tolfamoo+ isaanii keessatti, akkasumas namoota isaanii gidduutti akka odeeffamuuf gara guutummaa biyya Filisxeemotaatti dhaamsa ergan. 10 Achiis meeshaa waraanaa isaa mana* waaqolii isaanii keessa kaaʼan; buqqee mataa isaa immoo mana Daagon+ keessatti fannisan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi