Baʼuu 12:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Sababiin isaas, halkan kana biyya Gibxii keessa nan darba; nama irraa jalqabee hamma horiitti angafa biyya Gibxii keessa jiru hundumaas nan rukuta;+ waaqolii warra Gibxii hundumaa irrattis murtii nan dabarsa.+ Ani Yihowaa dha. 1 Seenaa Baraa 16:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Waaqoliin sabootaa hundi waaqolii gatii hin qabne dha;+Yihowaan garuu isa samiiwwan tolche dha.+ Faarfannaa 97:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Warri fakkiiwwan bocaman akkamii iyyuu tajaajilan,+Warri waaqolii isaanii warra gatii hin qabneen boonan haa qaaneffaman.+ Isin waaqoliin hundi, isaaf sagadaa.*+
12 Sababiin isaas, halkan kana biyya Gibxii keessa nan darba; nama irraa jalqabee hamma horiitti angafa biyya Gibxii keessa jiru hundumaas nan rukuta;+ waaqolii warra Gibxii hundumaa irrattis murtii nan dabarsa.+ Ani Yihowaa dha.
7 Warri fakkiiwwan bocaman akkamii iyyuu tajaajilan,+Warri waaqolii isaanii warra gatii hin qabneen boonan haa qaaneffaman.+ Isin waaqoliin hundi, isaaf sagadaa.*+