-
1 Saamuʼel 5:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Isaan Taaboticha erga achi geessanii booda, harki Yihowaa magaalattii irratti sodaa guddaa fiduudhaan isaan adabe. Inni isa xinnaadhaa hamma isa guddaatti namoota magaalattii ni rukute; kormammuunis isaan irratti ni baʼe.+
-