LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 6:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Yeroo kanatti isaan, “Aarsaa yakkaaf dhihaatu akkamii isaaf erguu qabna?” jedhanii isaan gaafatan. Isaanis deebisanii akkana jedhan: “Dhaʼichi isiniinis taʼe bulchitoota keessan rukute kan wal fakkaatu waan taʼeef, akka lakkoofsa bulchitoota Filisxeemotaatti+ kormammuu* warqii shanii fi hantuuta warqii shan ergaa.

  • 1 Saamuʼel 6:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kormammuun warqii Filisxeemonni aarsaa yakkaa godhanii Yihowaadhaaf ergan kanneen kana turan:+ Ashdoodiif+ tokko, Gaazaadhaaf tokko, Ashqalooniif tokko, Gaatiif+ tokko, Eqrooniif+ tokko.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi