-
1 Saamuʼel 6:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Lakkoofsi hantuuta warqii sanaa, lakkoofsa magaalota Filisxeemotaa warra bulchitoota shanan jala jiran jechuunis, magaalota dallaa dhagaa qabanii fi gandeen dallaa hin qabnee wajjin qixxee ture.
Dhagaa guddaan maasii Iyyaasuu isa nama Beet Sheemesh taʼe keessa jiruu fi Taabota Yihowaa irra kaaʼan sun hanga harʼaatti ragaa taʼee ni tajaajila.
-